Addis Ababa Biiroo Innooveeshinii fi misooma teeknooloojii
Addis Ababa jiraattotaa fi daawwattoota isheef magaalaa ismaartii akka taatu carraaqqii goona!!
Caalaatti argadhuWaajjirri Misooma Innooveeshinii fi Teeknooloojii Bulchiinsa Magaalaa Addis Ababa akkaataa Fooyya’iinsa Labsii Lakk.79/2015 irratti hundaa’uun hundaa’e. Labsii kanaan aangoo fi dirqamni 21 ol kennameefii jira. Kaayyoon waajjirichaa inni guddaan hojimaata dhaabbilee ammayyaa fi gahumsa qabu taasisuudha. Kana milkeessuuf sirna jaarmiyaa fi humna namaa xumuramee misoomsaa jira. Haaluma kanaan waajjirri kun Dameelee gurguddoo sadiitti gurmaa'ee jira. Isaanis damee kalaqaa fi misooma teeknooloojii; D... Dabalata Dubbisaa
Oduu waa'ee sochiiwwan tibbana ummatoota barbaachisoo ta'aniif.
Oduu Dabalataa iconTajaajila kana kennaa jirra
Tajaajila DabalataBu’uuraalee teeknooloojii odeeffannoo qorannoodhaan deeggaraman hojiirra oolchuu fi, sirnoota nageenya qaban guddisuu fi tajaajila dijitaalaa babal’isuudhaan jiraattotaa fi daawwattoota Addis Ababaa mirkaneessuu.
Bara 2025tti teeknooloojiiwwan IT gurguddoo jiraattotaa fi daawwattoota isaaf mijatan hojiirra oolchuu; Addis Ababa akka magaalaa itti fufiinsa qabuu fi dandamattuutti ilaaluun.
Argamuu Gatii madaalawaa Dhaqqabummaa Itti fufiinsa Dandeettii Teeknooloojiiwwan leellisuu Diinagdeen ni dagaagu Naannoodhaaf mijachuu Fayyaa fi Nageenya Qulqullina Jireenyaa
Addis Ababa, Piassa